Sagantaan Guyyaa WBO fi Mariin Haala Yeroo Oromiyaa irratiti Washington, DCtti bor Gurraandhala 06, 2016 geggeeffamu kallattiin galma sirni kun itti adeemsifamu irraa karaa Ayyaantuu.net waan dabruuf, dubbistooti marsaa Ayyaantuu.net sa’a 3:00w.b. irraa eegalee akka hordoftan isin hafeerra.