Quantcast
Channel: North America
Viewing all articles
Browse latest Browse all 67

Beeksisa Jijjiirama Guyyaa Marii ABO Washington, DC

$
0
0

Wal-gahiin ABO Washington, DC guyyaa Sanbata Amajjii 23, 2016tti waamamee ture sababa haala qilleensaa ykn cabbii naannoo Washington, DCtti bu’aa jiruun gara Sanbata Gurraandhala/February 06, 2016tti, sa’aatii 4:00pm irraa hanga 1:00am tti jijjiiramee jira.

Kanaaf, wal-gahii gaafa Sanbataa, Gurraandhala 06, 2016, sa’atii 4:00pm – 1:00am tti geggeeffamuu fi marii haala Fincila Xumura Gabrummaa (FXG) Oromiyaa keessatti finiinee deemaa jiru irratti taasifamu kana irratti argamuudhaan dirqama lammumaa akka baatan waamichi lammummaa isiniif dhiyaatee jira.

 

Bakka wal-gahii: 4250 Harewood Road, NE, Washington, DC 20017 (Near Catholic University),

Guyyaa: Sanbata, Gurraandhala 06, 2016 (Saturday, February 06, 2016),

Sa’aati: 4:00w.b. – 1:00w.d. (4:00pm – 1:00am)

 

Koree Qindeessituu fi Konyaa ABO Washington, DC

 


Viewing all articles
Browse latest Browse all 67